Josué 20
Kitaaba Woyyuu · Toque num versículo para ver as referências cruzadas.
Qachoota Itti Baqatanu
1Achiin duuba Waaqi Iyaasu'uun, 2«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Ani akkuma karaa Muuse'eetiin isin ajajetti qachaa itti baqatanu fila'a. 3Nami tokko adoo hin beekin danu'uun nama yoo ijjeese, nama haluu bayiisaaf isa barbaadu jalaa achi baqata. 4Inni qachoota san keessaa gara tokkootitti yennaa baqatu, seensuma karra qachaa sanii dura dhaabbatee haajaa ifii jaarsolee qachaa saniititti himata. Achiin duuba akka inni qachaa san seenu eeyyamanee, addee inni le'u kennan; maarre inni achi keessa le'a. 5Nami isa haluu bayiisaaf barbaadu sun yoo hordofe, nami nama ijjeese sun adoo hin beekin danu'uun waan ijjeeseef, worri qachaa sanii nama haluu isa bayiisaaf barbaadutti dabarsee kennuu hin qabu. 6Nami nama ijjeese sun mura'aaf kolbaa duratti haga dhikaatuu fi hayyichi guddaan bara sanii haga du'utti qachaa san keessa turuu ti. Achiin duuba gara qachaa keessaa baqatee deebi'ee mana ifiititti galuu ti› jedhi» jedhe.
7Maarre Israa'elooti Qedeeshii Galiilaa keessaa, biyya koobittii Niftaalem keessaa, Sheekemii biyya koobittii Efreemii keessaa, kiriiyat-Arbaa ta amma Hebroon jedhantu ta biyya koobittii Yihuda'aa keessaa filane. 8Laga Yordaanosii irraa gara aduun baatuun, Bezerii fuullee Yeriko'oo lafa gooroo goomolee biyya gosa Ruuben keessaa, Raamoot ta Giil'aadii biyya Minaase'ee keessaa, Golaan ta Baashaanii biyya Minaasee keessaalle filane. 9Kolbaa Israa'eliitii fi orma odduu isaanii le'u maraaf qachaan akka itti baqatanuuf filame kana. Eennulle adoo hin beekin danu'uun nama yoo ijjeese, nama haluu isa bayiisaaf barbaadu jalaa achi baqata; eennulle adoo kolbaa duratti qara itti hin muramin hin ijjeefamu.

Você sabia?
As cidades de refúgio
- As cidades de refúgio ofereciam abrigo a qualquer pessoa que causasse uma morte acidental, protegendo-a da retaliação do vingador do sangue. O fugitivo devia expor seu caso aos anciãos junto à porta da cidade e podia permanecer em segurança até ser julgado pela assembleia e até a morte do sumo sacerdote em exercício.Fontes: o próprio texto bíblico
- Seis cidades foram designadas por toda a região, divididas igualmente em três de cada lado do rio Jordão. Quedes, Siquém e Hebrom atendiam a região montanhosa a oeste do Jordão, enquanto Bezer, Ramote em Gileade e Golã em Basã serviam às tribos orientais.Fontes: o próprio texto bíblico · Hebron · Shechem · Kedesh
- A proteção jurídica oferecida pelas cidades de refúgio aplicava-se tanto aos israelitas nativos quanto aos estrangeiros que residiam entre eles.Fontes: o próprio texto bíblico
Notas escritas com auxílio de IA a partir de fontes abertas (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, domínio público) e revisadas antes de publicar.
Lugares deste capítulo
- Galilee · 32.760, 35.527 · versículo 7
- Hebron · Hoje: Tel Rumeida · 31.525, 35.102 · versículo 7
- Kedesh · Hoje: Tel Kedesh · 33.112, 35.530 · versículo 7
- Shechem · Hoje: Tell Balatah · 32.214, 35.282 · versículo 7
- Bashan · 32.781, 35.935 · versículo 8
- Gilead · Hoje: Gilead 1 · 32.187, 35.692 · versículo 8
- Jericho · Hoje: Tell es Sultan · 31.872, 35.445 · versículo 8
- Jordan · Hoje: Jordan River · 31.761, 35.558 · versículo 8
- Ramoth · Hoje: Tall er Rumeith · 32.500, 36.015 · versículo 8
Só aparecem lugares com identificação de alta confiança (90% ou mais segundo as fontes acadêmicas reunidas pelo OpenBible). Mapa da época: DARE (Digital Atlas of the Roman Empire), CC BY 4.0; mapa atual: © colaboradores do OpenStreetMap; lugares: OpenBible.info (CC BY 4.0).
Créditos e licença desta tradução
Kitaaba Woyyuu Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible) copyright © 2025 The Word for the World International Language: gujii Contributor: Bible Society of Ethiopia This translation is made available to you under the terms of the Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0. You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that: You include the above copyright and source information. If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes. If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original. Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents. For other uses, please contact the respective copyright owners. Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19. 2025-05-02
Fonte: http://ebible.org/gax/ · eBible.org