1 Crónicas 8
Kitaaba Woyyuu · Toca un versículo para ver sus referencias cruzadas.
Sanyii Beniyaaminii
1Beniyaamin ilma angaficha Belaa, ka lammeesso'oo Ashbel, ka sadeesso'oo Ahiiraa, 2ka arfeesso'oo Nohaa, ka shaneesso'oo Raafaa uumate. 3Ilmaan Bel'aa: Adaar, Geraa, Abiihud, 4Abiishuwaa, Na'amaan, Aho'aa, 5Geraa, Shefufaanii fi Huraam.
6Sanyiin Ehudii sooressitooti maati'ii, ka Gebaa keessa le'ane, ka booji'amanee gara Manahaa fudhatamane: 7Na'amaan, Ahiiyaa fi Gera'a. Geraan kun ka yennaa booju'uu san isaan sooresse; inni Uzaa fi Ahiihud uumate. 8Shaharaayaam niitolee ifii Hushiimii fi Ba'araa lakkiseen duuba, biyya Mo'aabii keessatti ilmaan uumate. 9Niitii ifii Hodeesh irraa: Yobaab, Ziibiyaa, Meshaa, Maalkaam, 10Ye'uz, Saakiyaa fi Miirmaa uumate; isaan martinuu sooreyyii maatii isaanii ti.
11Ammalle niitii ifii Hushiim irraa: ilmaan Abiitubii fi Elphaa'al uumate.
12Ilmaan Elphaa'alii: Ebeer, Miishaamii fi Shemed. Shemediin kun ka qachaa Onootii fi Lodii olloota adaala isaanii jiranulle ijaare.
13Berii'aa fi Shemaan, sooressitoota maatii qachaa Ayalonii keessa le'anuu ti; isaan worra qachaa Gaatii keessa le'anu ari'anee baasane. 14Ahiiyon, Shaashaaq, Yeremoot, 15Zebaadiyaan, Araad, Ader, 16Mikaa'el, Yiispha'aa fi Yohaan ilmaan Berii'aa ti.
17Zebaadiyaa, Meshulaam, Hiizeqi, Heber, 18Yiishmeraayi, Yiizlii'aa fi Yobaab ilmaan Elphaa'alii ti.
19Yaaqiim, Ziikri, Zabdi, 20Elii'enaayi, Ziiletaay, Elii'el, 21Adaayaa, Beraaya'aa fi Shiimraat ilmaan Shime'ii ti.
22Yiishphaan, Ebeer, Elii'el, 23Abdoon, Ziikri, Haanaan, 24Hanaaniyaan, Elaam, Antotiiya, 25Yefdeya'aa fi Phenu'el ilmaan Shaashaaqii ti.
26Shamsheraayi, Shehariiya, Ataaliyaa, 27Yaa'areshiiya, Eliya'aa fi Ziikri ilmaan Yerohaamii ti.
28Isaan kun akka hidda dhaloota isaaniititti sooressitoota maati'ii te'anee barreeffamanee, Yerusaalem keessa le'ane.
29Yeyi'el abbaa Giibe'onii ka qachaa Giibe'onii ijaaree keessa le'e; maqaan niitii isaa Ma'aka'a. 30Ilmi isaa angafichi Abdoon; itti aananee Zuur, Qiish, Ba'aal, Neer, Naadaab, 31Gedoor, Ahiiyoo, Zaakerii 32fi abbaa Shime'aa Miiklot. Isaan kunille fuullee fira ifii Yerusaalem keessa le'ane.
33Neer abbaa Qiishii ti; Qiish abbaa Saa'olii ti; Saa'ol: Yonaataan, Malkiishuwaa, Abinaadaabii fi Esh-Ba'aal uumate. 34Yonaataan Meriib-Ba'aal uumate; Meriib-Ba'aal Miikaa uumate.
35Ilmaan Miika'aa: Phiiton, Melek, Taare'aa fi Ahaaz. 36Ahaaz, Yeho'adaa uumate; Yeho'aadaan Aalemet, Azmaawetii fi Ziimrii uumate; Ziimri, Mozaa uumate. 37Mozaan, Biine'aa uumate; Biine'aan, Raafaa uumate; Raafaan, El'aasaa uumate; El'aasaan, Azeel uumate. 38Azeel ilmaan jaa: Azriiqaam, Bokeruu, Ishimaa'el, She'ariyaa, Obaadiya'aa fi Haanaan uumate; isaan kun martinuu ilmaan Azeelii ti. 39Ilmaan Obboleessa isaa Asheeqii: angafichi Ulaam, ka lammeesso'oo Ye'ush, ka sadeesso'oo Eliifelex. 40Ilmaan Ulaamii loltoota jajjaboo, worra guube'een lolu. Isaan ilmaan heddu'uu fi ilmaan ilmaa isaanii hedduu wolumatti dhibba tokkoo fi shantama qaban. Isaan kun martinuu sanyii Beniyaaminii ti.

¿Sabías que…?
Genealogía de Benjamín y el linaje de Saúl
- 1 Crónicas 8 presenta una extensa genealogía de la tribu de Benjamín, que culmina en la línea familiar del rey Saúl y de su hijo Jonatán. El registro traza los descendientes de Jonatán a lo largo de varias generaciones, entre ellos Merib-baal, Micaía y una estirpe de valientes arqueros descendientes de Ulam.Fuentes: el propio texto bíblico · Jonathan · Micah
- El capítulo destaca asentamientos y acciones de los clanes benjamitas, como Semed, quien fundó Ono y Lod, y los jefes Bería y Sema, que expulsaron a los habitantes de Gat desde Ajalón. Además de estas ciudades, muchos cabezas de familia benjamitas están registrados como residentes de Jerusalén.Fuentes: el propio texto bíblico · Beriah · Ono · Jerusalem
Notas escritas con ayuda de IA a partir de fuentes abiertas (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, dominio público) y revisadas antes de publicarse.
Lugares de este capítulo
- Moab · Hoy: Moab 1 · 31.181, 35.701 · versículo 8
- Lod · 31.950, 34.900 · versículo 12
- Jerusalem · 31.777, 35.234 · versículos 28, 32
- Gibeon · Hoy: El Jib · 31.847, 35.183 · versículo 29
Solo aparecen lugares identificados con alta confianza (90 % o más según las fuentes académicas reunidas por OpenBible). Mapa de la época: DARE (Digital Atlas of the Roman Empire), CC BY 4.0; mapa actual: © colaboradores de OpenStreetMap; lugares: OpenBible.info (CC BY 4.0).
Créditos y licencia de esta traducción
Kitaaba Woyyuu Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible) copyright © 2025 The Word for the World International Language: gujii Contributor: Bible Society of Ethiopia This translation is made available to you under the terms of the Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0. You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that: You include the above copyright and source information. If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes. If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original. Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents. For other uses, please contact the respective copyright owners. Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19. 2025-05-02
Fuente: http://ebible.org/gax/ · eBible.org