Psalms 48
Kitaaba Woyyuu · Tap a verse to see its cross-references.
Qachaa Guddicha Waaqaa, Xiyoon
Faaruu. Faaruu ilmaan Qoraahii.
1Mootiin Waan Maraa gudda'a;
qachaa Waaqa keennaa keessatti
gaara woyyicha irratti
guddoo leellifamuu qaba.
2Gaarri Xiyoonii ka gara kaabaatitti dhaggamu,
ka dheerinnaan miidhagu,
qachaa mooticha gudda'aa,
ka lafa duudii gammachiisu.
3Waaqi mana mootumma'aa jabaa
qachaa sanii keessa jira;
inni kushee qachaa sanii akka te'e ifi mudhiseera.
4Qachaa san loliisaaf,
moototi wolitti qabamane.
5Isaan akkuma dhagganeen maadeffatane;
sodaatanee baqa kottee addeessane.
6Achitti rommiis isaanitti dhufee,
akka dubartii ciniinsifattuu muddamane.
7Akka hoboloota gugurdoo Tarshiishii
ta qilleensa gara aduun baatuutiin bututanuu te'ane.
8Waaqi qachaa ifii
haga bara baraa jabeessee akka dhaabu,
akkuma dhageenne,
akkasuma qachaa Mootii Waan Maraa
Waaqa Waan Mara Dadee,
ka Waaqa keennaa irratti dhaggineerra.
9Ee Waaqa, Galma keeti keessatti,
jaalala keeti ka bara baraa yaadanna.
10Ee Waaqa, akkuma maqaan keeti lafa duudii geye,
leellisi keetille lafa duudii geyee,
harki keeti middichi balchumma'aan guutameera.
11Muraan teeti dhugaa waan teeteef,
worri gaara Xiyoonii irra le'u gammaduu ti;
worri qachoota Yihuda'aa keessa le'u firinxiixuu ti.
12Qachaa Xiyoonii naannowaa ideemaa,
adaala isaa mara'a.
Xelleephoo isaa laakkowa'a.
13Dalleya dhaka'aa ka isaa hubadha'a;
kushee isaalle ilaala'a.
Akka dhaloota dhufuun,
14«Waaqi kun, haga bara baraa Waaqa keenna;
inni haga du'aatitti nu sooressa» jettanu.

Did you know?
Zion, the City of the Great King
- Mount Zion, originally the fortified southeastern hill of Jerusalem captured by David from the Jebusites, became known as the City of David and the site of his citadel. In Psalm 48, it is celebrated as God's holy mountain, elevated and fortified against advancing enemy kings.Sources: the Bible text itself · Mount Zion · Zion
- The psalm depicts God's power shattering enemy forces like an east wind wrecking the ships of Tarshish. Many scholars identify Tarshish with a distant Phoenician trading port in southwestern Spain, while other ancient traditions proposed locations such as Carthage or ports in the east.Sources: the Bible text itself · Tarshish
- Worshippers are invited to walk around the perimeter of Zion to inspect its ramparts, count its towers, and view its citadels. This survey of the city's defenses was meant to be recounted to future generations as a witness of God's steadfast protection.Sources: the Bible text itself
Notes written with AI assistance from open sources (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, public domain) and reviewed before publishing.
Places in this chapter
- Mount Zion · 31.772, 35.229 · verses 2, 11
- Zaphon · Today: Jebel Aqra · 35.953, 35.969 · verse 2
- Jerusalem · 31.777, 35.234 · verse 3
- Zion · Today: Jerusalem · 31.777, 35.234 · verse 12
Only places identified with high confidence are shown (90% or more according to the scholarly sources compiled by OpenBible). Period map: DARE (Digital Atlas of the Roman Empire), CC BY 4.0; modern map: © OpenStreetMap contributors; places: OpenBible.info (CC BY 4.0).
Credits and license for this translation
Kitaaba Woyyuu Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible) copyright © 2025 The Word for the World International Language: gujii Contributor: Bible Society of Ethiopia This translation is made available to you under the terms of the Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0. You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that: You include the above copyright and source information. If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes. If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original. Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents. For other uses, please contact the respective copyright owners. Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19. 2025-05-02
Source: http://ebible.org/gax/ · eBible.org