Nations Bible

Matthew 3

Kitaaba Woyyuu · Tap a verse to see its cross-references.

Lallaba Yohaannisii Cuupha'aa

1Bara san Yohaannisiin cuuphaan goomolee biyya Yihuda'aa keessa lallabaa dhufee, 2«Mootummaan ol-gubba'aa waan dhikaatteef cubbuu irraa deebi'a'a!» jedhe. 3Isaayaasiin raagichi,

«Nami tokko goomolee keessaa iyyaa,

‹Karaa Gootta'aaf qopheessa'a;

daandii inni irra deemu qajeelcha'a!› »

yennaa jedhe inni marroo Yohaannisii dubbate.

4Uffanni Yohaannisii rifeensa gaalaa irraa dhowameeraayyu; inni hidha ifii teephaan hidhate; sagaleen isaalle awwaannisaa fi damma hollaa ti. 5Yerusaalem irraa, Yihudaa irraa, biyya cinaa laga Yordaanosii mara irraa kolbaan gara isaa dhutte. 6Isaan cubbuu ifii dhugaa baasanee, laga Yordaanosiititti harka Yohaannisiititti cuuphamane.

7Yohaannis Fariisaayotaa fi Saduqoota hedduu cuuphamiisaaf gara isaa dhufiisatti jiranu yennaa dhagge, «Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Waaqaa ta isinitti dhufaartu jalaa baqattanu eennutti isinitti hime? 8Cubbuu teessan irraa akka deebitane waan mudhisu tolcha'a. 9‹Abbaan keenna Abrahaam› jedhiis isin hin baasa hin seyina'a. Waaqi dhakoota kana fuudhee Abrahaamiif ilmaan tolchiisa akka dande'u ani isinitti hima. 10Agaraan mukoota hiddatti muriisaaf qophoweera; muki midhaan dansaa hin buunne muramee ibiddatti hin gatama. 11Akka isin cubbuu irraa deebitane mudhisiisaaf ani bisaaniin isin cuupha, ka ana duubaan dhufaaru ammoo Ayyaana Woyyichaa fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddoo na caala; ani kophee isaatuu ba'atiisaafille nama te'uu moti. 12Inni eeddummee ifii keessatti midhaan qulleessiisaaf horooroo harkatti qabateera; midhaan qulleessee gootara'atti hin galcha; hicaacee ammoo ibidda hin dhaanneen guba» isaaniin jedhe.

Cuuphamiisa Yesuusii

13Yesuus yennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordaanosii dhufe. 14Yohaannis ammoo, «Ani si'iin cuuphamu'uu male, ati maaf gara kiyya dhutta?» jedhee isa dhoogge.

15Yesuus ammoo deebisee, «Karaa kanaan balchummaa mara muummessu'uu waan malleef, amma na dhoogguu lakkisi» jedheen; achiin duuba Yohaannis lakkise.

16Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, ol-gubbaan banantee Ayyaanni Waaqaa saphaliisa fakkaatee gad dhufee isa irra bu'uun dhagge. 17Ol-gubbaa irraa qoonqoon, «Kun Ilma kiyya jaalatama'a, ka ani guddoo isatti gammadeeru» jette.

Artistic illustration — an interpretation, not a historical record.

Did you know?

Repentance and Baptism at the Jordan

  • Matthew identifies John the Baptist as the one spoken of through the prophet Isaiah: a voice calling in the wilderness, “Prepare the way for the Lord.” Easton's Bible Dictionary (1897) records that John’s mission was the subject of prophecy, citing this passage, Isaiah 40:3, and Malachi 3:1, and that he was of priestly descent—his father Zacharias a priest of the course of Abia, and his mother Elisabeth of the daughters of Aaron. A chronology dates both the beginning of John’s ministry and his baptism of Jesus to AD 26.Sources: the Bible text itself · John the Baptist · John the Baptist Begins Ministry · John Baptizes Jesus
  • John came preaching in the wilderness of Judea, and people went out to him from Jerusalem, all Judea, and the whole region around the Jordan, confessing their sins and being baptized in the Jordan River. Easton's Bible Dictionary (1897) notes that under the Romans, in the time of Christ, Judea denoted the southernmost of the three divisions of Palestine, as distinguished from Galilee and Samaria, and included the territories of Judah, Benjamin, Dan, Simeon, and part of Ephraim. Jesus came from Galilee—called Galil by the Jews—to the Jordan to be baptized by John.Sources: the Bible text itself · Judea · Galilee
  • John warned the Pharisees and Sadducees not to rely on the claim, “We have Abraham as our father,” saying that God could raise up children for Abraham from the stones. Easton's Bible Dictionary (1897) explains the name Abraham as “father of a multitude” and describes him as the son of Terah, named before his older brothers because he was the heir of the promises.Sources: the Bible text itself · Abraham

Notes written with AI assistance from open sources (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, public domain) and reviewed before publishing.

Places in this chapter

  • Judea · Today: Judea 1 · 31.777, 35.234 · verses 1, 5
  • Jerusalem · 31.777, 35.234 · verse 5
  • Jordan · Today: Jordan River · 31.761, 35.558 · verses 5, 6, 13
  • Galilee · 32.760, 35.527 · verse 13

Only places identified with high confidence are shown (90% or more according to the scholarly sources compiled by OpenBible). Period map: DARE (Digital Atlas of the Roman Empire), CC BY 4.0; modern map: © OpenStreetMap contributors; places: OpenBible.info (CC BY 4.0).

Credits and license for this translation
Kitaaba Woyyuu
Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible)
copyright © 2025 The Word for the World International
Language: gujii
Contributor: Bible Society of Ethiopia
This translation is made available to you under the terms of the
Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0.
You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that:
You include the above copyright and source information.
If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes.
If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original.
Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents.
For other uses, please contact the respective copyright owners.
Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19.
2025-05-02

Source: http://ebible.org/gax/ · eBible.org

Talk to us

Tell us where you read from, how the Bible has helped you, or what we could improve. We read every message.