Nations Bible

Psalms 42

Kitaaba Woyyuu · Tap a verse to see its cross-references.

Kitaaba Lammeesso'oo

Daadimata Nama Booji'amee

Wolaloo ilmaan Qoraahii, sooressa faarfattootaatiif.

1Akkuma gadansi bisaan yaa'u dharra'u,

Ee Waaqa, anille si dharra'a.

2Lubbuun tiyya Waaqa,

Waaqa jiraataa dheebotti;

ani yoom dhaqee fuula isaa

dhagguu dande'a ree?

3Kolbaan yennaa mara,

«Waaqi keeti meet?» waan naan jettuuf,

halkanii fi guyyaa imimmaan sagalee tiyya teeteerti;

4Ani gumii san woliin,

gumii jila jilifattu woliin,

ililleetti'ii fi faaruu galataatiin,

gogeessaan sooressaa

gara Galma Waaqaa attam akka deeme yennaa qaabadhu,

gadhaan kiyya gaddaan na bada.

5Ee lubbuu tiyya maaf gaddita?

Na keessatti maaf jeeqanta?

Ani deebi'ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf,

Waaqa keetitti addii godhadhu.

6Lubbuun tiyya na keessatti gadditeerti;

tanaaf ani lafa Yordaanosiitii fi

kooba Hermoonii irraa,

gaara Mizaarii irralle'ee si qaabadha.

7Shookkessa gootuu teetiitiin

qileen qilee waanti;

hunni guddoon danbalii teetii na gubbaa yaate.

8Mootiin Waan Maraa guyyaa mara

jaalala ifii ka bara baraa mudhisa;

anille halkan faaruu isaaf dhikeessa;

gara Waaqa jiruu tiyyaa daadimadha.

9Ani Waaqa rassaa kiyyaan, «Ati maaf na deete?

Diinoti kiyya waan na cunqursaneef,

ani maaf bowaa ideema?» jedha.

10Diinoti kiyya yennaa mara, «Waaqi keeti meet?» jedhiisaan na arrassaa lafee na cassan.

11Ee lubbuu tiyya maaf gaddita?

Na keessatti maaf jeeqanta?

Ani deebi'ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf,

Waaqa keetitti addii godhadhu.

Artistic illustration — an interpretation, not a historical record.

Did you know?

Thirsting for God Far from Home

  • The psalm is introduced as a song of the sons of Korah, a Levitical family descended from the Levite Korah who took part in temple music and worship.Sources: the Bible text itself · Korah (Levite)
  • The speaker longs for God from the northern borderlands, mentioning the Jordan, Mount Hermon, and Mount Mizar. Hermon is a towering range with multiple peaks reaching over 9,000 feet, while Mizar (meaning 'smallness') represents a lesser neighboring summit.Sources: the Bible text itself · Hermon · Hill Mizar
  • The poem uses vivid water metaphors, moving from a thirsty deer longing for mountain streams to roaring waterfalls and crashing waves that symbolize overwhelming emotional distress.Sources: the Bible text itself

Notes written with AI assistance from open sources (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, public domain) and reviewed before publishing.

Places in this chapter

  • Jordan · Today: Jordan River · 31.761, 35.558 · verse 6
  • Mount Hermon · 33.400, 35.850 · verse 6

Only places identified with high confidence are shown (90% or more according to the scholarly sources compiled by OpenBible). Period map: DARE (Digital Atlas of the Roman Empire), CC BY 4.0; modern map: © OpenStreetMap contributors; places: OpenBible.info (CC BY 4.0).

Credits and license for this translation
Kitaaba Woyyuu
Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible)
copyright © 2025 The Word for the World International
Language: gujii
Contributor: Bible Society of Ethiopia
This translation is made available to you under the terms of the
Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0.
You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that:
You include the above copyright and source information.
If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes.
If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original.
Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents.
For other uses, please contact the respective copyright owners.
Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19.
2025-05-02

Source: http://ebible.org/gax/ · eBible.org

Talk to us

Tell us where you read from, how the Bible has helped you, or what we could improve. We read every message.