Nations Bible

Psalms 112

Kitaaba Woyyuu · Tap a verse to see its cross-references.

Gammada Nama Balcha'aa

1Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti;

nami Mootii Waan Maraa sodaatu,

ka ajaja isaatiin guddoo gammadu

ka gammade.

2Sanyiin isaa lafa san keessatti

worra jabaa hin te'an;

dhalooti worra qajeela'aa hin eebbifanti.

3Manni isaa taajurumma'aa fi

durumma'aan hin guutama;

balchummaan isaaniille

haga bara baraa hin jiraatti.

4Nama arja'aa, nama marara'aa fi,

nama balcha'aafille,

dukkana keessalle'etti ifi isaaf hin baya.

5Nama arjaa, liqaa namaaf kennu

wonni dansaan isaaf hin teeti.

6Dhugumaan inni ijjumaa hin raafamu;

nami balchaan haga bara baraa hin qaabatama.

7Inni oduu hantuu hin sodaatu;

Mootii Waan Maraatitti waan addatuuf,

gadhaan isaa hin mamu.

8Gadhaan isaa ijjumaa hin raafamu; hin sodaatu;

dhuma irratti jinnana diinota ifii hin dhagga.

9Inni arjumma'aan worra hiyyeeyyi'iif kenna;

balchummaan isaa haga bara baraa jiraatti.

Hunnaa fi ulfinnaan hin saadama.

10Nami hamaan tana dhaggee hin aara;

inni ilkaan ifii qaree, hin bada;

halchaan isaalle ta bu'aa hin qanne teeti.

Artistic illustration — an interpretation, not a historical record.

Did you know?

The Blessings and Character of the Righteous

  • Psalm 112 connects devotion to God with practical generosity and fairness, describing the upright person as one who acts with justice, lends freely, and distributes gifts to the poor.Sources: the Bible text itself
  • The psalm portrays the righteous as emotionally and spiritually steadfast, noting that they do not fear bad news because their heart remains firmly anchored in trust in the LORD.Sources: the Bible text itself

Notes written with AI assistance from open sources (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, public domain) and reviewed before publishing.

Credits and license for this translation
Kitaaba Woyyuu
Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible)
copyright © 2025 The Word for the World International
Language: gujii
Contributor: Bible Society of Ethiopia
This translation is made available to you under the terms of the
Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0.
You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that:
You include the above copyright and source information.
If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes.
If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original.
Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents.
For other uses, please contact the respective copyright owners.
Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19.
2025-05-02

Source: http://ebible.org/gax/ · eBible.org

Talk to us

Tell us where you read from, how the Bible has helped you, or what we could improve. We read every message.