Hosea 3
Kitaaba Woyyuu · Tap a verse to see its cross-references.
Hose'aan Niitii Ifii Woliin Araarame
1Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Kolbaan Israa'elii gara waaqota dhibi'ii deebitulle, midhaan woyni'ii gogaa ka waaqota dhibi'iif adda baye jaalattulle, akkuma ani Mootiin Waan Maraa isaan jaaladhu, atille dhaqiitii, ammalle niitii teeti gaarayyeeffattuu san jaaladhu» jedhe. 2Maarre ani meetii kudhanii shanii fi garbuu kiiloogiraama dhibba tokkoo fi shantamaatiin isii bitadhe. 3Achiin duuba ani, «Adoo hin sagaagalin yookiin hin gaarayyeeffatin, yennaa hedduu na woliin le'i; anille akkasuma si woliin hin le'a» isi'iin jedhe. 4Akkuma kana kolbaan Israa'eliille mootii malee yookiin qondaaltota malee, ciincaa malee yookiin soodduu woyyittii malee, woyaa hayyumma'aa ta qomaa yookiin waaqa dharaa malee woggaa hedduu hin le'an. 5Achiin duuba Israa'elooti deebi'anee, Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitii fi mootii ifii ka sanyii Daawitii hin barbaadan; bara muumme'ee soda'aan gara Mootii Waan Maraatii fi gara eebba isaa hin deebi'an.

Did you know?
A Symbolic Redemption
- In Hosea 3, the prophet is commanded to buy back his unfaithful wife, paying fifteen shekels of silver along with a homer and a lethech of barley. This personal act serves as a living illustration of God's enduring love for Israel despite the nation's unfaithfulness and devotion to other gods.Sources: the Bible text itself
- The chapter foretells a long period during which the Israelites would live without king, prince, sacrifice, sacred pillar, ephod, or idol. Afterward, they are prophesied to return in reverence to seek the LORD and David their king in the last days.Sources: the Bible text itself
Notes written with AI assistance from open sources (Theographic Bible Metadata, CC BY-SA 4.0; Easton’s Bible Dictionary, public domain) and reviewed before publishing.
Credits and license for this translation
Kitaaba Woyyuu Oromo, Borana-Arsi-Guji: Kitaaba Woyyuu (Bible) copyright © 2025 The Word for the World International Language: gujii Contributor: Bible Society of Ethiopia This translation is made available to you under the terms of the Creative Commons Attribution Share-Alike license 4.0. You have permission to share and redistribute this Bible translation in any format and to make reasonable revisions and adaptations of this translation, provided that: You include the above copyright and source information. If you make any changes to the text, you must indicate that you did so in a way that makes it clear that the original licensor is not necessarily endorsing your changes. If you redistribute this text, you must distribute your contributions under the same license as the original. Pictures included with Scriptures and other documents on this site are licensed just for use with those Scriptures and documents. For other uses, please contact the respective copyright owners. Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. See Revelation 22:18-19. 2025-05-02
Source: http://ebible.org/gax/ · eBible.org